158 episodes

Hangafa pōdkāstī Afān Oromo !
In here, we discuss Sustainable Development, culture, history(with emphasis on the Horn of Africa), economics, Digital technologies and football(soccer).
Teessoon: Telegram( t.me/podcast_ilmaormaa)

ILMAORMAA Ilmaormaa

    • Society & Culture

Hangafa pōdkāstī Afān Oromo !
In here, we discuss Sustainable Development, culture, history(with emphasis on the Horn of Africa), economics, Digital technologies and football(soccer).
Teessoon: Telegram( t.me/podcast_ilmaormaa)

    Dhaadheessa Marsaa 9ffaa(season 9 trailer)

    Dhaadheessa Marsaa 9ffaa(season 9 trailer)

    Yaroo gabaabdu keessatti marsaan 9ffaan eegalama.

    Mari keessanuu dhihaadhaa!


    ---

    Send in a voice message: https://podcasters.spotify.com/pod/show/ilmaormaa/message

    • 3 min
    Guduunfaa Marsaa(season 08)

    Guduunfaa Marsaa(season 08)

    Kurfii kana keessatti waan marsaa 8ffaa tamsaafame gabaabsaan wolyaadachiisuun, marsaan kun xumuramuusaa wal huubachiifna


    ---

    Send in a voice message: https://podcasters.spotify.com/pod/show/ilmaormaa/message

    • 13 min
    SE08 EP156 Yaada Dhuunfaa Jaal Nagarii Fayyisaa Wojjin - Kutaa 15ffaa fi Turtii Maayyii

    SE08 EP156 Yaada Dhuunfaa Jaal Nagarii Fayyisaa Wojjin - Kutaa 15ffaa fi Turtii Maayyii

    Kurfii tana keessatti qabxiilee tokko-tokkoratti yaada woljijjiirrachuu sagantaa dabree keessatti eegalle xumurra.


    Kurfii xumuraa tanatti marti keessanu dhihaadhaa!!


    ---

    Send in a voice message: https://podcasters.spotify.com/pod/show/ilmaormaa/message

    • 1 hr 22 min
    SE08 EP155 Yaada Dhuunfaa, Jaal Nagarii Fayyisaa Wojjin - Kutaa 14ffaa

    SE08 EP155 Yaada Dhuunfaa, Jaal Nagarii Fayyisaa Wojjin - Kutaa 14ffaa

    Kurfii kana keessatti jaal Nagariin,
    - Suudaan keessatti haala tureefii taateewwan hamoo isa mudatan,
    - qabxilee tokko-tokkoratti huubannoota dhuunfaa nuun qooddata

    Dhihaadhaa!


    ---

    Send in a voice message: https://podcasters.spotify.com/pod/show/ilmaormaa/message

    • 1 hr 27 min
    SE08 EP154 Jaal Nagarii Fayyisaa: Seenaa Qabsoo Bara Mootummaa Cehumsaa (Chaartaraa) - Kutaa 13ffaa

    SE08 EP154 Jaal Nagarii Fayyisaa: Seenaa Qabsoo Bara Mootummaa Cehumsaa (Chaartaraa) - Kutaa 13ffaa

    Kurfii kana keessatti, Jaal Nagariin;
    - Dargiin Diigamnaan warri hidhaa keessatt hafan bahuusaani
    - Hidhaa bahanii caasaa ABO magaaloota keessatti deebisanii diriirsuuf carraaqqii taasisan
    - Mootummaan Cehumsaa Ijaaramuu
    - Miseensoonni ABO muuyxanno adda addaa bifa afur horatan wolitti deebi'uusaani
    - Qabsoo bifa hedduu qabu bara "Chaartaraa" keessatti gaggeeffameefi waan baayyee kan biraarraa nuun qooddata.
    Dhihaadhaa!!


    ---

    Send in a voice message: https://podcasters.spotify.com/pod/show/ilmaormaa/message

    • 1 hr 56 min
    SE08 EP153 Jaal Nagarii Fayyisaa:"Eessaa Kaanee Asgeenye?" Hidhaafi Ajeechaa - Kutaa 12ffaa

    SE08 EP153 Jaal Nagarii Fayyisaa:"Eessaa Kaanee Asgeenye?" Hidhaafi Ajeechaa - Kutaa 12ffaa

    Jaal Nagariin kurfii kana jalatti:
    - mootummaan DARGU jaallan irratti duula banu
    - jaallan mijateef dirreefi kaan ammo gama biyya ollaatti achi taakkuusaani
    - jaallan bakka adda addaarratti bobbahiin turanfii kan lafa jalaan qabsaawaa turan qabamani hidhaatti guuramu
    - jaallan qaqqaalli hedduun wareegamuu
    fii seenaa bara sanaa ballinaan irraa dubbata.
    Dhihaadhaa!


    ---

    Send in a voice message: https://podcasters.spotify.com/pod/show/ilmaormaa/message

    • 2 hrs 23 min

Top Podcasts In Society & Culture

Stuff You Should Know
iHeartPodcasts
Oprah's Super Soul
Oprah
Attention Recession
Attention Recession
The Travel Diaries
Holly Rubenstein
Big Ideas
ABC listen
Basically Besties
Amplify

You Might Also Like

The Thinking Muslim
Muhammad Jalal
Yasir Qadhi
Muslim Central
Bilal Assad
Muslim Central
Mindful Muslimah Speaks
Mindful Muslimah Speaks
Omar Suleiman
Muslim Central