15 min

Poem Daawitii Seenaa2 Egeree Oromiyaa- EOs Podcast

    • Philosophy

DAAWITII SEENAA LAK. 2Ni yaadattuu bara sana,bara guyyaan dukkanaa’ee,bara birmadummmaan nu cabuuf jala bultii ta'e,Bara koodeen koodee ganee, walirratti bobba'e,Gadaan laaffataa dhuufee, namuu gonfoo hawweehaadhoon haadhoo hiddee, akka summii jawwee.Fincaan 3n Tuullamaa,tokko diina kokkee qabaa,inni kaan taa'ee taajjabaa,Waliif dirmachuu dagatee, alagaaf dhaabbateeGalaan diinan lollaan, Abbichummoo nyaapha filate.kaanis cinaasaatti Macci, xis-ximbaa dhiisee, Finnasaa walitti...