4 min

Poem: Here Qaama Koo Egeree Oromiyaa- EOs Podcast

    • Philosophy

Waggaa 11 dura gaafan Walaloo tana sararu akka keesaa baanu abdiin qaba ture. Haa tahu malee anii fi qaamni koo kuni saranas asumaa wal qoccollaa,Fayyinee wal hin fayyisne,Akka waan jilaatti asumaa lafa dhiinnaCiree gatuuf naafummaan sodaadhee, baadhee deemuufis dalaga wal dhoorre….Hee Qaama koo….#Qaama Koo!Ani kanan jedhu, want’n si gaafadhusilaa qaama kootiwaa muree sin gatuuharki gaafa fayye,miilatu na nyaataagaafa miilli fayye,mataat bowwaafataanattin hafin jedheet,rifeensis kot...