45 min

Daldalaan wal barra (Kutaa 2ffaa‪)‬ Baar gama

    • Journaux personnels

Qophiin kun haasaa Obbo Jootee Waaqjiraa Koorsaa waliin goone  kutaa 2ffaa fi isa xumuraati. Obbo Jooteen hundeessaa dhaabbata 'Equinox Outsourcing Services' yeroo ta’u dhaabbatuma kanatti hogganaa Damee Afriikaa Bahaa dha. Baakki hojiif jireenya isaa Keeniyaa Nairobiidha. Haasaa Daldalaan wal barra jedhuun eegalle itti fufna.