48 мин.

Jiraattonni aanaa Baddallee Maal jedhan‪?‬ Egeree Oromiyaa- EOs Podcast

    • Философия

Bara 2001, sababa hongee,beelaa nam-tolchee fi gogiinsa godinoota #Harargee lamaan ( Bahaa fi lixa) keessatti uumameen mootummaan naannoo Oromiyaa “…iddoo mijataa sin qubsiifna…”jechuun gara godinoota Wallaggaa fi Ilu Abbaa Booraa kan qubsiifamanii turan.Uummanni keenya suni keessatti kanneen aanaa #BunnooBaddallee qubsiifaman dhuguma haala mijataa argatanii jireenyi isaanii wayyaahee jiraachaa turan mo maal keessa jiru?Turtii Miidiyaa Dhaddacha Oromoo jiraattoota Bunnoo Baddallee walii...