6 min

Barmootni umriin hin daangeffamu- Obbo Iyyaasuu Innooroo SBS Afaan Oromoo

    • Daily News

Obboo Iyyaasuu Innooroo, barnootni umuriin hin daangeffamu jedhu. Namootni barachuu yoo barbaadan carraan isaa jira, murteeffachuu, jabaatanii hojjechuudhaan keessa dabrama. Yoo baayyate waggaa 2 - 4 namatti fudhata, yeroof nama dhiphisuu danda'a hojii fi maatii waliin garuu ni jabaata garuu jabaatnaan keessa dabrama jedhu.