80 episodes

Oduun bilisaa fi seenaa, sagalee SBS irraa, jireenya Austraaliyaa keessaa waliinii fi hawwasa Oromoo Austraaliyaan walitti si hidha.

SBS Afaan Oromoo SBS Audio

    • News

Oduun bilisaa fi seenaa, sagalee SBS irraa, jireenya Austraaliyaa keessaa waliinii fi hawwasa Oromoo Austraaliyaan walitti si hidha.

    MiniPod: Kookaburra song | Pronunciation practice with Janice - MiniPod: Kookaburra song | Pronunciation practice with Janice

    MiniPod: Kookaburra song | Pronunciation practice with Janice - MiniPod: Kookaburra song | Pronunciation practice with Janice

    In this five-minute lesson you’ll improve your pronunciation by listening and following along with Janice Petersen. Learning objectives: Can pronounce /k/ and /g/. - Barmoota kana keessatti daqiiqaa shan kan hin caalleen Janice Petersen dhaggeeffachuu fi hordofuun loqoda afaan inglishii keessan fooyyeffattu. kaayyoon barmoota kanaa akkaataa itti /k/ and /g/ itti yaaman barattu.

    • 5 min
    MiniPod: If a dog chews shoes | Pronunciation practice with Janice - MiniPod: Yoo Sareen kophee nyaatte | Shaakala Loqodaa waliin

    MiniPod: If a dog chews shoes | Pronunciation practice with Janice - MiniPod: Yoo Sareen kophee nyaatte | Shaakala Loqodaa waliin

    In this five-minute lesson you’ll improve your pronunciation by listening and following along with Janice Petersen. Learning objectives: Can pronounce /tʃ / and /ʃ/ (ch and sh). - Daqiiqaa shan kana keessatti Janice Petersen dhaggeeffachuudhaan loqoda afaanii keessan baayyee fooyyeffattu. Kanneen akka /tʃ / and /ʃ/ (ch and sh) akkasii akkamitti yaamamu kan jedhu barachuuf isin gargaara. Australia keessatti hojjechuunis tahe jireenyaan afaan inglishii beekuun bu'a qabeessa waan taheef kun daran isin gargaaraa caqasaa.

    • 6 min
    Ga'eesummaatti barmoota barachuuf murteeffattee ka'uu barbaachisa- obbo Aliyee Galatoo

    Ga'eesummaatti barmoota barachuuf murteeffattee ka'uu barbaachisa- obbo Aliyee Galatoo

    Obbo Aliyee Galatoo, barnootni akka dirqamaa tokkotti kan ofitti fudhatani dha jedhu. Jireenyi kamuu bu'aa bahii qaba garuu waan tokko akkasan godha, nan danda'a jedhanii yoo ofitti himan waan hin milkoofneef hin jiru jedhu. Namnootni dura jireenya jalqaban warreen boodaan dhufan gargaaruunis karaa dha, namoota hariiroo waliin tolfattu waan daandii keen wal gitu yoo tahe ykn dandii ati itti adeemuu fedhtuun kan wal simu yoo tahe hiriyummaa gati-qabeessas waliin yoo tahe kaayyoo kee bakkaan geessas jedhu.

    • 12 min
    What were the Australian Wars and why is history not acknowledged? - Lolli Australiyaanotaa maal ture seenichi maaliif beekamtii hin arganne?

    What were the Australian Wars and why is history not acknowledged? - Lolli Australiyaanotaa maal ture seenichi maaliif beekamtii hin arganne?

    The Frontier Wars is a term often used to describe the more than 100 years of violent conflicts between colonial settlers and the Indigenous peoples that occurred during the British settlement of Australia. Even though Australia honours its involvement in wars fought overseas, it is yet to acknowledge the struggle that made it the country it is today. - Waraanni Daangaa jecha yeroo baayyee waldhabdee jeequmsaa waggoota 100 ol qubsiistota koloneeffattootaa fi ummatoota Abbootii Dachee gidduutti uumame kan yeroo qubsuma Ingilizoota Australia keessatti uumame ibsuuf itti fayyadamamu dha. Awustiraaliyaan waraana biyyoota alaa keessatti taasifame keessatti hirmaannaa ishee kabajjus, qabsoo biyya har’a ishee taasiseef ammallee beekamtii hin kennine.

    • 14 min
    Gabaasaa addaa Hiriira Nagaa Hawaasa Oromoo Melbourne

    Gabaasaa addaa Hiriira Nagaa Hawaasa Oromoo Melbourne

    Hawaasni Oromoo Melbourne Caamsaa 9 bara 2024 hiriira nagaa gaggeesseen, ajjeechaan akka dhaabbatu gaafate. Hiriirri kun ajjeechaan falmitoota mirga namoomaa siyaasaa akka dhaabbatu gaafateera. Namni siyaasaa obbo Battee Urgeessaa ganama mana jireenyaa isaanii irraa fuudhamanii daandii irratti du'aani isaanii argame.

    • 5 min
    Mushroom foraging in Australia: Is it safe? - Waakkoo bu'achuun Australia keessatti : Fayyaaf fafa qabaa?

    Mushroom foraging in Australia: Is it safe? - Waakkoo bu'achuun Australia keessatti : Fayyaaf fafa qabaa?

    In Australia, authorities strongly advise against eating mushrooms that have not been expertly identified or purchased from a supermarket or grocer, as some fungi can be toxic or deadly if consumed. In each State and Territory, rules and regulations vary, and mushroom foraging is not allowed in some areas. - Fangasiin tokko tokko yoo nyaatame summii ykn lubbuu namaa galaafachuu waan danda’uuf Australia keessatti waakkoo, ogummaadhaan adda hin baafamne ykn gabaa guddaa ykn gurgurtaa irraa hin bitamne akka hin nyaanne cimsanii gorsu aangawoonni. Tokkoon tokkoon kutaa biyyaa fi Naannoo keessatti seeraa fi dambiiwwan garaagarummaa kan qaban yoo ta’u, naannoo tokko tokkotti nyaata waakkoo bu''achuun hin hayyamamu.

    • 11 min

Top Podcasts In News

The Daily
The New York Times
Up First
NPR
The Tucker Carlson Show
Tucker Carlson Network
The Ben Shapiro Show
The Daily Wire
Pod Save America
Crooked Media
The Gas Man | Tortoise Investigates
Tortoise Media