24 min

Dubree Wabii Bechere fi Dubree Hawweeraa Ummataa barmootni humna jedhu SBS Afaan Oromoo

    • Daily News

“Barnoota sadarkaa ol-aanaatti barachuun fedha akkasumas naannoo ofii ilaaluu gaafata. Namootni naannoo kee jiran yoo baratanii sadarkaa hojii gara garaa irra jiru tahe kun barmoota akka barattu si jajjabeessa. Barnoota barachuun miindaa gaarii argachuu qofaaf utuu hin taane beekumsa horachuun deebiftee ati illee sadarkaa hawaasni kee si barbaadutti tajaajiluu dandeessa. “ Wabii Bechere fi Hawweeraa ummataa.