SBS Afaan Oromoo

Oduun bilisaa fi seenaa, sagalee SBS irraa, jireenya Austraaliyaa keessaa waliinii fi hawwasa Oromoo Austraaliyaan walitti si hidha.

  1. 5d ago

    Who really runs Australia, and where you fit in | How Australia Works - Dhuguma Australia eenyutu gaggeessa/Akkaataa itti jireenya Australia

    Do you know who can help you with a business permit, a rental problem or family support? Through the stories of Fedele, Carol and Abeer, learn how Australia’s three levels of government work. Find out what local, state or territory, and federal governments are responsible for and where to turn for help. - Hayyama daldalaa, rakkoo kiraa manaa ykn deeggarsa maatii eenyu akka si gargaaruu danda’u beektaa? Karaa seenaa namoota Fedele, Carol fi Abeer, jedhamanii akkaataa mootummaan Australia sadarkaa sadan itti hojjetan baradhu. Mootummaan kutaa biyaa ykn naannoo fi mootumman federaalaa maal irratti gaafatamummaa akka qabanii fi gargaarsa barbaaddu eessaa akka argattu bari. How Australia Works is an SBS podcast that uses real stories and clear explanations to help you understand how government work in Australia, how laws are made and changed, and how you can have a say. Listen to the series and find shorter versions in 60 languages on the How Australia Works main page. - Akka itti jireenya Australia kan jedhu poodkastii SBS, seenaa dhugaa fi ibsa ifaa fayyadamee Australia keessatti akkaataa itti mootummaan hojjetu hubachuuf isin gargaara, akkasumas akkamitti akka seerri bahu fi jijjiiramu, isinis keessatti yaada akkamitti akka kennattan hubachuuf isin gargaara. Qophiilee wal duraa duubaan afaanota 60n qophaawan fuula isa jalqabaa Akka itti jireenya Australia ( How Australia Works main page) irraa dhaggeeffadhaa.

About

Oduun bilisaa fi seenaa, sagalee SBS irraa, jireenya Austraaliyaa keessaa waliinii fi hawwasa Oromoo Austraaliyaan walitti si hidha.

More From SBS Audio